Himannaa Loogii Galchuu

Loogiin akka isinirra gahe fi gochi loogii jedhame kun guyyoota 365 darban keessatti Magaalaa Minneapolis keessatti labsii Mirgoota Siivilii Magaalichaa ykn Seera Mirgoota Siivilii Federaalaa bara 1964 cabsuun akka raawwatame yoo sitti dhaga’amee fi galmeessisuuf gaafachuu yoo barbaadde himannaa loogii, gaaffii komii armaan gadii guuti. Gaaffii keessan hordofuuf qorataan isin quunnamuu danda’uun barbaachisaa dha. Kanaaf odeeffannoo armaan gadii nuuf kennaa. Odeeffannoon komii kanaan walqabatu iccitii waan ta’eef ummataaf hin gadhiifamu.

Himannaa Loogii Galchuu

Kutaa Qorannoo Komii, Kutaa Mirgoota Siivilii Minneapolis


Odeeffannoo Qunnamtii

Select
Caret IconCaret symbol
Select
Caret IconCaret symbol
MN
Caret IconCaret symbol

Naannoo ykn Bu’uura Himannaa Loogii

Naannoo kamitti loogiin akka isin mudate isinitti dhagahama?

Select
Caret IconCaret symbol
Select
Caret IconCaret symbol
Hojii kan Wal ilaallatu
Komii kun umuriin wal qabataa?

Bakka bu'ummaa seeraa qabduu?
Tarkaanfii mana murtii dhiyeessuuf karoorfattaniittuu?
Dhaabbata kan birootti himannaa dhiheessitaniittuu?

Select
Caret IconCaret symbol

Odeeffannoo Komii

AM/PM*

Sanadoota, faayiloota, suuraa ykn viidiyoo itti ida’aa

Drag and drop files here or

Odeeffannoo Dhuga-Baatuu

Select or enter value
Caret IconCaret symbol
MN
Caret IconCaret symbol

Odeeffannoo Filannoo

Dirreewwan kun bu’uura komii keessanii irratti dhiibbaa hin qaban; isaanis kaayyoo istaatiksii qofaaf kan itti fayyadamanidha.

Select
Caret IconCaret symbol
Akka saala dhalootaan adda himachuu (transgender) ykn eenyummaa saala dhalootaa(cisgender) kan hin taane biraatti adda of baaftuu?

Odeeffannoon ati kennitu Seera Hojimaata Daataa Mootummaa Minnesota jalatti bulama. Seerri kun odeeffannoowwan tokko tokko gaaffii irratti ummataaf akka dhiyaatan taasisa.