Waajjira Gamaaggama Naamusa Poolisiitti himannaa dhiyeessu
Waajjirri Gamaaggama Naamusa Poolisii (OPCR) himannaa naamusa badaa Qondaaltota Poolisii Minneapolis qorata.
Hanga danda'ametti bal'inaan nuuf kennaa. Gadi fageenyaa fi sirrii ta’uun keessan himannaa keessan guutummaatti akka qoratnu nu gargaara.
Iyyannoowwan toora interneetii irratti dhiyaatan hundi akka waan seera qabeessa ta’anitti hubatamu.
Magaalaa Minneapolis